Oduu biyya keessaa Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu Saa’ud Arabiyaa gale Sifen Megersa Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu Saa’ud Arabiyaa Riyaad galeera. Jilichi turtii isaan dhimmoota waloo…
Oduu biyya keessaa Diyaaspoorawwan godina Jimmaatti hojiiwwan misoomaa fi inveestimantii adda adda daawwatan Obse Wakgari Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Diyaaspoorawwan waamicha Ityoophiyaan taasifteef fudhachuun gara biyyaa dhufaan godina Jimmaatti hojiiwwan misooma fi inveestimantii adda adda…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Arsii fi Yuunvarsiitiin Riiftiivaalii Kaampaasiin Asallaa fayyadamummaa hawaasarratti… Sifen Megersa Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Arsii fi Yuunvarsiitiin Riiftiivaalii Kaampaasiin Asallaa fayyadamummaa hawaasarratti tumsaan hojjachuuf walii galtee…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin hoggantoota gamtaa Afrikaa 35ffaa fi walga’iin Ministirootaa 40ffaan karaa nagaan akka… Sifen Megersa Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Yaa’iin hoggantoota gamtaa Afrikaa 35ffaa fi walga’iin Ministirootaa 40ffaan karaa nagaan akka xumuramu qophiin xumuramuun hojiitti eegalamuu…
Oduu biyya keessaa Muudamni Ambaasaaddarootaaf laatame ogummaa fi ga’umsa isaaniirratti kan hundaa’edha-Ambaasaaddar… Obse Wakgari Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)-Muudamni Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ambaasaaddaroota 27’f laatame ogummaa fi ga’umsa isaaniirratti kan hundaa’edha jechuun Dubbii Himaan…
Fayyaa Sadarkaa biyyoolessaatti lammiileen miiliyoonni 40 fayyadamoo tajaajila inshuraansii fayyaa ta’an… Obse Wakgari Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Sadarkaa biyyoolessaatti lammiileen miiliyoonni 40 fayyadamoo tajaajila inshuraansii fayyaa ta’uusaanii Tajaajilli Inshuraansii Fayyaa Ityoophiyaa ibseera.…
Oduu biyya keessaa Warshaalee garee shororkeessaa ABUTn barbadaa’an keessaa 27 hojii oomishaa eegalan Sifen Megersa Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Warshaalee garee shororkeessaa ABUTn barbadaa’an keessaa 27 hojii oomishaa eegaluu Ministeerri Indaastirii beeksiise. Jilli Ministeerri…
Biiznasii Naannoo Kibbaatti daldaltoota seeran alaa kuma 29 irratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) – Naannoo Kibbaatti daldaltoota seeran ala hojii daldalaarratti bobba’an kuma 29 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Biiroon Daldalaa fi Misooma Gabaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Yaaballootti baalli sammuu namaa adoochu Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu gubame Obse Wakgari Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Godina Booranaa aanaa Yaaballootti baalli sammuu namaa adoochu kiilo giiramni 800 ol Birrii miiliyoona 10tti tilmaamamu gubameera. Ajajan Waajjira…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi tajaajila meetroloojii ammayyeessuuf Imbaasii Fiinlaand waliin nin hojjedha jedhe Obse Wakgari Jan 27, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)-Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Ityoophiyaatti tajaajila meetroloojii ammayyeessuu Imbaasii Fiinlaand waliin hojjechuuf waliigaluu ibseera. Deeggarsa…