Oduu biyya keessaa Manni maricha har’a mootummaa haaraa ni hundeessa Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii har’a mootummaa haaraa ni hundeessa jedhame. Manni Maree Naannoo Hararii Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa har’a…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT abdii kutachuun gochaa garaa jabinaa raawwachaa jira – Obbo Awwal Aarbaa Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT abdii kutachuun gochaa garaa jabinaa raawwachaa jiraachuu Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Afaar…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti hongee mudateen Loon kumni 14 ol du’uu ibsame Sifen Megersa Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC) – Godina Booranaatti hongee mudateen Loon kumni 14 ol du'uu Bulchinsi Godinichaa beeksise. Godinichatti Hongee mudateen loon kumni 14 ol yoo du'an,…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Beeniishaanguul Guumuz miseensota paartii morkattootaa 6f muudama laate Sifen Megersa Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC) – Mootummaan naannoo Beeniishaanguul Guumuz miseensota paartii morkattootaa 6f muudama laachuu beeksiise. Miseensota paartii morkattootaa naannicha…
Idil Addunyaa Yaa’iin Ministiroota IGAD Jibuutiitti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)-Yaa’iin Mootummoota Misoomaa Baha Afarikaa ajandaa mariisaatii dafqaan bultoota, hojii, namoota hojii barbaachafa goodaanaan taasiseera. Yaa’ichaan…
Fayyaa Magaalichatti lammiileen kumni dhibbi 3 ol talaallii covid-19 marsaa 2ffaa fudhachuu ibsame Obse Wakgari Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti lammiileen kumni dhibbi 3 kumni 66 fi 737 talaallii vaayrasii koroonaa marsaa 2ffaa fudhachuu Biiroon Eegumasa Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Amanamummaadhaan cimanii hojjechuun dhalootaaf yaaduu fi biyya olqabuuf ka’uu agarsiisa-MM… Obse Wakgari Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad amanamummaadhaan cimanii hojjechuun dhalootaaf yaaduu fi biyya olqabuuf ka'uu agarsiisa jedhaniiru. MM Abiy…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti giddugala yaala Onnee daa’immaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 6 taasifame Obse Wakgari Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti giddugala yaala Onnee daa’immaniif deeggarsi Birrii miiliyoona 6 taasifameera. Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri giddugala yaala Onnee…
Oduu biyya keessaa Diinni tooftaa waraanaa filateen kisaaraa guddaan irra gahaa jira-Ministeera Raayyaa Ittisa Obse Wakgari Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT tooftaa waraanaa filateen kisaaraa guddaan irra gahaa jiraachuu daayrektooreetiin hariiroo uummataa raayyaa ittisa biyyaa…
Oduu biyya keessaa Hundi gara Wallootti haa duulu jechuun Preezdaantiin Mootummaa naannoo Amaaraa waamicha dhiyeessan Ayana Dheressa Oct 21, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2014 (FBC)- Haleellaa garee shororkeessaan ABUT bane qolachuuf lammiin hundi of gurmeessee tokkummaan ka’uun gara Wallootti duuluu qaba jechuun Preezdaantiin…