Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 11’f sadarkaa Proofeesarummaa kenne
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 11’f sadarkaa Proofeesarummaa kenneera.
Yuunvarsiitichi ibsa baaseen kutaawwan barnootaa qoratamee, yaa’iiwwan…