Aanaa Digaluuf Xiijootti duulli misooma qabeenya uumamaa hirmaannaa ummataatin hojjetamaa jiru…
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)-Duulli misooma qabeenya uumamaa hirmaannaa ummataatiin Aanaa Digaluuf Xiijotti hojjatamaa jiru garee hoggansa Biiroo Qonnaa Oromiyaa fi waajjira qonna…