Ministeeronni lameen manneen kutaalee hawaasaa deeggarsa barbaadaniif ijaarsisan dabarsanii laatan
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) – Ministeerri Qonnaa fi Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa manneen magaala Finfinnee fi magaalota naannoo Amaaraatti kutaalee hawaasaa deeggarsa…