Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lammiilee godina Booranaa sababa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiiseera.
Bulchiinsi magaalichaa…