Ministeerrichi Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamu ilaalchisee…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) - Ministeerri Dhimma Alaa Yaa'ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamu ilaalchisee Ambaasaaddaroota biyyoota miseensa gamtichaa…