Oduu biyya keessaa Kutaan Magaalaa Araadaa manneen gandaa 110 harka qalleeyyiif kenneera Sifen Megersa Jan 5, 2022 0 Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Araadaattii manneen jireenyaa fi hojii 110 qaamolee hawaasaa garagaraaf kenname. Manneen harka…
Oduu biyya keessaa Sagantaan ‘Birrii 200 haadha koof, Meeshaa tokko buqqa’aa tokkoof’ jedhu ifoome Sifen Megersa Jan 5, 2022 0 Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) - Liigiin Dubartoota Paartii Badhaadhinaa Sagantaa ‘Birrii 200 haadha koof, Meeshaa tokko buqqa'aa tokkoof’ jedhu ifoomse. Sagantaan kun…
Oduu biyya keessaa Magaalonni Duukamii fi Galaan diyaaspooronni hojiilee invastimantiirratti akka hirmaataniif waamicha… Ayana Dheressa Jan 5, 2022 0 Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Magaalonni naannawaa indaastirii jedhamuun beekaman Duukamii fi Galaan diyaaspooronni hojiilee invastimantiirratti akka hirmaataniif waamicha…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni biyyoota garaagaraa jiraatan lammiilee miidhamaniif deeggarsa taasisan Ayana Dheressa Jan 5, 2022 0 Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Ityoophiyaanonnii fi michuuwwan Ityoophiyaa biyyoota garaagaraa jiraatan lammiilee miidhamaniif deeggarsa taasisan. Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni…
Oduu biyya keessaa Huwaaween yaa’ii bulchiinsa intarneetii idil addunyaa Ityoophiyaan qopheessitu kan deeggaru ta’uu… Ayana Dheressa Jan 5, 2022 0 Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Dhaabbanni Huwaawee Teeknooloojii Giruup yaa’ii bulchiinsa intarneetii idil addunyaa Ityoophiyaan qopheessitu kan deeggaru ta’uu beeksise. Ministir…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Qilleef tajaajila qalmaa qulqullinaa fi fayyummaa isaa eege kennuuf qophiin taasifameera Ayana Dheressa Jan 5, 2022 0 Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Ayyaana Qilleef tajaajila qalmaa qulqullinaa fi fayyummaa isaa eege kennuuf qophiin taasifamuu Dhaabbanni Qalmaa magaalaa Finfinnee beeksise.…
Idil Addunyaa Ministirri Alaa Chaayinaa daawwannaa hojiif Eertitiyaa galan Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) - Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Zhiin galgala kana daawwannaa hojiif Eertitiyaa galaniiru. Ministitichi waayita Asmaraa ga'an Ministira Dhimma…
Oduu biyya keessaa Diyaaspoorawwan adda waaraanaa Kaasaagiitaa bakka Muummeen Ministiraa waraanaa itti hogganaan… Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) - Diyaaspoorawwan adda waaraanaa Kaasaagiitaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waraanaa itti hogganaan daawwataniiru. Gareen shororkeessaa ABUT…
Oduu biyya keessaa Diyaaspooraan oomishaalee biyyaa keessaaf gabaa barbaduufi beeksisuun qooda bahaachuu akka danda’uu… Obse Wakgari Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)-Ityoophiyaan biyyoota lixaan dhiibbaa irra ga’uu injifattee akka baatuuf jalqabarratti yaada keessaa galuu kan qabu sirna daldalaa diinagdee utubuu…
Oduu biyya keessaa Aanaa Miidhagaa Tolaatti barbareen kuntaalli kuma 15 argamu ibsame Obse Wakgari Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)-Godina Harargee Bahaa Aanaa Miidhagaa Tolaatti barbareen kuntaalli kuma 15 argamuu Waajjirri Qonnaa aanichaa beeksiseera. Aanaan Miidhagaa Tolaa aanaalee…