Ityoophiyaatti hambaan qaama beelladootaa fi meeshaalee tajaajilaa waggaa miiliyoona 3 dura ture…
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti hambaan qaama beelladootaa fi meeshaalee tajaajilaa waggaa miiliyoona 3 dura ture naannoo Kibbaa Godina Koonsoo Sulula Yaandaa Tuumeetti…