Naannoo Oromiyaatti simannaa diyaaspoorootaaf qophiin xumurame
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa waamicha akka biyyatti lammiilee Ityoophiyaa biyyaa alaa jiraataan gara biyya isaanii akka dhufaniif taasifame sababeeffachuun…