Turkiitti Waldaan tokkummaa fi tumsa Ityoophiyaanoota lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Doolaraa kuma…
Finfinnee, Muddee 19, 2014 (FBC)- Turkiitti Waldaan tokkummaa fi tumsa Ityoophiyaanoota lammiilee buqqa’anii fi deebisanii dhaabuuf kan ooluu deeggarsa Doolaraa Ameerikaa kuma 28 taasiseera.…