Biiznasii Finfinneetti Egzibiishinii fi Baazaariin daldalaa baname Sifen Megersa Sep 3, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Egzibiishinii fi Baazaariin Daldalaa Giddugalawwan Gabaa Magaalichaatti baname. Egzibiishinii fi Baazaarichi bakka Kantibaan…
Idil Addunyaa Chaayinaan meeshaalee waraanaa haaraa ifoomsite Ayana Dheressa Sep 3, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2017(FMC)- Waraanni Chaayinaa agarsiisa loltummaa guyyaa har’aa dhiyeesseen meeshaalee waraanaa haaraa ifoomseera. Biyyattiin har’a guyyaa yaadannoo injifannoo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Laggasaa Tulluun Ambaasaaddara ta’uun muudaman Tsehay Guluma Sep 2, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC)_ Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluu Ambaasaaddara gochuun muudaniiru.…
Fayyaa Faawundeeshiniin Istirooki giddugala wal’aansaa akka ijaaruuf deeggarsi ni taasifamaafi- Kantiibaa… Ayana Dheressa Sep 2, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Faawundeeshiniin Istirooki giddugala wal’aansaa akka ijaaruuf deeggarsi barbaachisaan ni taasifamaafi…
Idil Addunyaa Sirni bulchiinsaa haqa qabeessi akka jiraatuuf biyyoonni tumsuu qabu – Pireezidaanti Shii… Ayana Dheressa Sep 2, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC) – Pirezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiingi Addunyaa irratti sirni bulchiinsaa haqa qabeessi akka jiraatuuf biyyoonni tumsaan akka hojjetaniif waamicha…
Oduu biyya keessaa Bu’uurri Itiyoophiyaa deeggartummaarraa baasuuf dandeessisu kaa’ameera- Dooktar Laggasaa Tulluu Tsehay Guluma Sep 2, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC) – Waggoottan torban darban damee hedduun hojiilee hojjetamaniin bu’uurri Itiyoophiyaa deeggartummaarraa baasuuf dandeessisu kaa’ameera jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Manneen Murtiitti sirnaan akka fayyadamuuf kutannoon hojjetamaa jira- Aadde Sa’aadaa… Ayana Dheressa Sep 2, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2017(FMC)- Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahamaan hawaasni Manneen Murtiitti sirnaan akka fayyadamuuf kutannoon hojjetamaa jira jedhan. Aadde…
Idil Addunyaa Sudaanitti balaa Sigiga lafaan lubbuun namoota kuma 1 ol darbe Tsehay Guluma Sep 2, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2017 (FMC) – Sudaan Kutaa Bulchiinsa Daarfuuritti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota kuma oli darbeera. Balaan kun kan mudate sababa walitti bu’iinsa…
Oduu biyya keessaa Godinni Booranaa boqonnaa haaraa irratti argama- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Sep 2, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa irra deddeebiin hongeen miidhamaa kan ture Godinni Booranaa boqonnaa haaraa irratti argama jedhan.…
Oduu biyya keessaa Dhaloota seenaa hojjennu ta’uu keenya hubachuun barbaachisaadha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 1, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2017 (FMC) – Seenaa wal saamnu oosoo hin taane dhaloota seenaa hojjennu ta'uu keenya hubachuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…