Rakkoo nageenyaa kallattii garaagaraan Afrikaa mudataa jiru furuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamuu…
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Rakkoo nageenyaa kallattii garaagaraan Afrikaa mudataa jiru hiikuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetamuu akka qabu Komishinarri Komishinii Gamtaa…