Hojjettoonni Biiroo Barnoota Oromiyaa mindaa ji’aa Raayyaa Ittisaaf kennuuf murteessan
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) – Hojjettoonni Biiroo Barnootaa Oromiyaa mindaa ji’a tokkoo Raayyaa Ittisa Biyyaatiif kennuuf murteessuu isaanii Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.…