Mootummaan Naannoo Oromiyaa gufuuwwan isa muudatan humna ummataatiin damdamatee galmoota…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018(FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa akkuma yeroo maraa, gufuuwwan isa muudatan humna ummataatiin damdamatee galmoota tarsiima'oo Ummata Oromootiif bu’uura cimaa…