Lafa heektaaraa miiliyoona 2 olirratti hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa hojjetamaa jira- Ministeera…
Finfinnee, Amajjii 13 , 2014 (FBC) – Lafa heektaaraa miiliyoona 2 fi kuma 500 olirratti hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Hojiin misooma…