Biiznasii Oomishni Ashaboo waggoottaan 5 dhufaniif ga’u jiraachuu ibsame Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Kuufamni Oomisha Ashaboo Ummata Ityoophiyaa waggoottaan 5 dhufaniif ga’u Afdheeraa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise.…
Biiznasii Abbaan Taayitichaa galii Birrii biiliyoona 1.3 ol walitti qabe Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa magaalaa Finfinnee bara baajata xumurameetti galii Birrii biiliyoona 1.3 ol walitti qabuu beeksiseera. Galiichi…
Biiznasii Kuufamni Sibiilaa hedduun to’atame Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqqii Qaallittii aanaa 7tti feerrowwan tajaajila ijaarsaaf ooluu qabu hedduun seeran ala kuufamee ture qabamuu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31 ol taasise Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 31 ol taasiseera. Bulchiinsi magaalichaa hawaasa hirmaachisuun…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaatti bara barnootaa darbe sababa Covid-19 barattoonni kumni dhibbi 3 barnoota adda… Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa naannoo Kibbaa qooda fudhattoota waliin marii gaggeessaa jiraachuu himame. Naannichatti bara barnootaa darbe sababa dhiibbaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Hararitti hiriirri balaaleeffannaa garee Shororkeessaa Shanee fi ABUT gaggeeffame Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Naannoo Hararitti hiriirri balaaleeffannaa garee Shororkeessaa Shanee fi ABUT gaggeeffameera. Hiriiricharratti kutaan hawaasa magaalaa fi aanoolee…
Oduu biyya keessaa Bulchisoonni magaaloota Booranaa fi Makaanaa Salaam RIB adda waraanaa Wallootti argamaniif deeggarsa… Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Bulchisoonni magaaloota Booranaa fi Makaanaa Salaam raayyaa ittisa biyyaa adda waraanaa Wallootti argamaniif deeggarsa taasisaaniiru. Deeggarsa horii…
Oduu biyya keessaa Sababa lola gareen ABUT baneen manneen barnootaa kumni 7 walakkaa fi guutumatti barbadaa’uu ibsame Sifen Megersa Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC) – Sababa lola gareen shororkeessaa ABUT baneen manneen barnootaa kumni 7 walakkaa fi guutumatti barbadaa’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise. …
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Wallaggaa lammiilee qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aniif deeggarsa adda addaa… Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Wallaggaa Kaabaa Ityoophiyaatti lammiilee qe’ee fi qabeenyaasaaniirra buqqa’aniif magaalaa Dassee buufatanii jiraaniif deeggarsa adda…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen waldhabdee uumame akkaataa isaan ittiin gabaasan ijaarsa biyyaa keessatti gumaacha… Obse Wakgari Aug 30, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 24, 2013 (FBC)- Miidiyaaleen waldhabdee uumame akkaataa isaan ittiin gabaasan ijaarsa biyyaa keessatti gumaacha olaanaa qaba jedhan hayyoonni. Waltajjiin Gumii Balal…