Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Hind waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 27, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ministira Dhimma Alaa Hindii Dooktar Suubraamaaniyaa…
Biiznasii Oromiyaa fi magaalaa Finfinneetti koreen waloo tasgabbii gabaarratti hojjetu hundaa’e Sifen Megersa Aug 27, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaa fi magaalaa Finfinneetti koreen waloo shiraa fi seera maleessuummaa diinagdeerratti muul’atu hordofuu fi Ittisu hundaa’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Sooftiweeriin bulchiinsa ragaa Manneenii ifoome Sifen Megersa Aug 27, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Sooftiweeriin bulchiinsa ragaa Manneenii har’a ifatti eebbifameera. Sooftiweerichi hanqina qabiinsaa fi bulchiinsa ragaa manneenii sadarkaa biyyaatti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Hawaasatti dhaabbilee daldalaa daballii gatii taasiisanirratti tarkaanfiin fudhatame Sifen Megersa Aug 27, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Magaalaa Hawaasatti hordoffii fi to’annoo taasiifameen dhaabbilee Daldalaa daballii gatii seeraan alaa taasiisan 48 irratti tarkaanfiin fudhatamuu…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 455 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Aug 27, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 455 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru. Deebitoota keessaa 129 daa’imman yoo ta’an, 326 ammoo dubartoota…
Oduu biyya keessaa Godina Goojjam Bahaatti miseensonni ABUT fi Shanee 42 to’ataman Sifen Megersa Aug 27, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Godina Goojjam Bahaatti namoota shakkiin to'ataman 174 keessaa 42 miseensota ABUT fi Shanee ta'uu isaanii mirkanaa'uu ibsameera. Gareen…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Jamaal Bakar itti gaafatamaa dhaabbata godaantoota idil addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 27, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Bahireenitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Jamaal Bakar Itti gaafatamaa dhaabbata godaantoota idil addunyaa Mahammaad Alzaarkaanii waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Damee barnootaan bu’aa barbaadamu galmeessuuf ga’umsa hoggansaa guddisuun murteessadha jedhame Sifen Megersa Aug 27, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) - Damee barnootaan bu’aa barbaadamu galmeessuuf ga’umsa hojiilee hoggansaa guddisuunirratti hojjechu murteessaa ta’uu ibsameera. Hojii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Kombolchaatti Doolaarri seeraan alaa to’atame Sifen Megersa Aug 27, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Kombolchaatti Doolaarri seeraan alaa kumni 49 fi 300 to’atamuu ibsameera. Magaalaa Kombolchaa Keellaa Yuunvarsiitii…
Oduu biyya keessaa Godina Baalee aanaa Harannaa Bulluqitti miseensoonni Shanee to’ataman Sifen Megersa Aug 27, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Godina Baalee aanaa Harannaa Bulluqitti miseensoonni Shanee to'atamuu Qajeelchi Poolisii Godinichaa beeksise. Hirmaannaa hawaasa bal’aa fi…