Shaashamanneetti balaa tiraafikaa guyyaa kaleessa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaa aanaa Shaashamanneetti balaa tiraafikaa guyyaa kaleessa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbeera.
Konkolaataan Doolfiinii magaalaa…