Baankiin Daldalaa Birrii biiliyoona 100 ol liqaa kennuuf qophaa’e
Finfinnee, Sadaasa 30, 2014 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Birrii biiliyoona dhibba1 ol liqaa kennuuf qophaa’uu beeksiise.
Baankichi bara baajataa kanaa damee dhuunfaa,…