Godina Wallagga Bahaatti guyyaa har’aa biqiltuun miiliyoonni 30 dhaabbachuu ibsame
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) – Godina Wallagga Bahaatti duula ashaaraa magaarisaa guyyaa har'aan biqiltuun miiliyoonni 30 ol dhaabbachuu Waajjirri Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa…