Hojiin duula kunuunsa qabeenya uumamaa guyyoota 60’f turu Amajjii 5 akka eegalu labsame
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti hojiin duula kunuunsa qabeenya uumamaa guyyoota 60'f turu Amajjii 5, 2014 akka eegalu labsameera.
Biiroon Qonnaa Oromiyaa duula hojii…