Oduu biyya keessaa Haroon Wancii naannawaa Tuurizimi ta’uun filatame Ayana Dheressa Dec 2, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Tuurizimii Adduunyyaa 24ffaa magaalaa Ispeen, Maadriidittii taa’aamerratti Haroon Wancii, naannawaa tuurizimii bara 2021…
Oduu biyya keessaa Kana booda diinni kamuu Ityoophiyaa tuquu hin yaalu-Dooktar Biqilaa Hurriisaa Ayana Dheressa Dec 2, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Kana booda diinni kamuu Ityoophiyaa tuquuf waan yaalu natti hin fakkaatu jedhan Waajjira Muummee Ministiraatti qindeessaan Ijaarsa Wiirtuu sirna…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen garaagaraa masaraa mootummaatii badan biiroo obbo Takilabiraan Ambaayee keessatti… Ayana Dheressa Dec 2, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Meeshaaleen garaagaraa masaraa mootummaatii badan biiroo obbo Takilabiraan Ambaayee Gamoo Eednaamoolrratti argamu keessatti to'atamuu ibsame. Sakattoo…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti meeshaaleen seeraan alaa fi sanadoonni garaagaraa to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Dec 2, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti tarkaanfii namoota garee shororkeessaa ABUT waliin hariiroo qaban to’annaa jala oolchuuf fudhatameen meeshaaleen seeraan alaa fi…
Oduu biyya keessaa Waldaaleen Siivikii Ameerikaatti argamaan qaamolee mootummaa aangoorraa kaasuuf socho’aa turaan… Obse Wakgari Dec 2, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Dhaabbileen hawaasa siiviikii afur Ameerikaatti argamaan qaamolee seera Ameerikaa cabsuun Mootummaan Ityoophiyaa aangoorra kaasuuf garee shororkeessa ABUT…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti lafa hektaara miiliyoona 3 ol irraa oomishni sassaabamuu ibsame Ayana Dheressa Dec 2, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Oromiyaatti oomishinni lafa hektaara miliyoona 6 fi kuma dhibba 3 qonna gannaatiin misoome keessaa hanga ammaatti oomishinni hektaara miiliyoona 3 ol…
Oduu biyya keessaa Ayyaanoota ummataa kabajamanirratti tuuristoonni gara Ityoophiyaa dhufuurraa akka of hin qusanne… Obse Wakgari Dec 2, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) –Ayyaanoota ummataa kabajamanirratti tuuristoonni gara Ityoophiyaa dhufuurraa akka of hin qusanne waamichi dhiyaateera. Tajaajilli Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Mariin tumsa diinagdee Ityoophiyaa fi Kuweet cimsuu gaggeeffame Obse Wakgari Dec 2, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shidee gita isaanii Kuweet Kaliifaa Musaaduu Hamaadaa waliin mari’ataniiru. Marii isaaniitin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Birriin dhaabbilee albuudaa fi boba’aarratti bobba’anirraa walitti qabame miiliyoonni 50… Ayana Dheressa Dec 2, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti galiin dhaabbilee albuudaa fi boba'aarratti bobba’aniirraa walitti qabame Birriin Miiliyoonni 50 naannichaaf kennamuu Ministirri…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ityoophiyaanonnii fi michuuwwan Ityoophiyaa guutuu addunyaatti argaman waamicha… Obse Wakgari Dec 2, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2014 (FBC) -Muummeen Ministira Abiy Ahmad Ityoophiyaanonnii fi lammiilee akkasumas michuuwwan Ityoophiyaa guutuu addunyaatti argamtan waamicha…