Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Meeksiikoo waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Meeksiikoo…
Oduu biyya keessaa Koreen Dhaabbii Dhimma Baajataa fi To’annoo Baasii Mootummaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii waggaa… Sifen Megersa Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) – Koreen Dhaabbii Dhimma Baajataafi To’annoo Baasii Mootummaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii waggaa manneen hojii shanii gamaaggameera. Koreen…
Oduu biyya keessaa Mariin sadeenii Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa Gamtaa Afrikaan akka ilaalamuu murtaa’e Obse Wakgari Jul 9, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Manni Maree Nageenyaa mariin sadeenii hidha haaromsaa guddichaa Ityoophiyaa Gamtaa Afrikaan akka ilaalamuu murteesseera. Gibtsi sababoota garagaraa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalootan Ityoophiyaa walga’ii Manni Maree Nageenyaa Hidha Haaromsaa… Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa, dhalootan Ityoophiyaa fi deeggartoonni Ityoophiyaa walga'ii Manni Maree Nageenyaa Hidha Haaromsaa ilaalchisee gaggeessu mormuun…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Hidha Haaromsaa Xumursiisuun walitti hidhamiinsa diinagdee naannichaa cimsuun nageenyaf… Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Ijaarsa Hidha Haaromsaa Xumursiisuun walitti hidhamiinsa diinagdee naannichaa cimsuun nageenyaf gatii olaanaa qabaachuu qorattoonni damichaa…
Biiznasii Baankiin Daldala Ityoophiyaa bara kana Birrii biiliyoona 20 bu’aa argachuu beeksiise Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Baankiin Daldala Ityoophiyaa bara baajataa 2013 Birrii biiliyoona 20 bu’aa argachuu beeksiiseera. Preezdaantiin Baankichaa obbo Abbee Saannoo…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan daa’ima umrii waggaa 4 hatuun maatii Birrii kuma dhibba 3 gaafachaa ture too’atame Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Namni dhuunfaan daa’ima umrii waggaa 4 ukkaamsuun maatii Birrii kuma dhibba 3 gaafachaa ture Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiicheetti too’atamuu…
Oduu biyya keessaa Bara kana naannoo Yaa’a laga Abbaayyaa biqiltuu biiliyoonni 4.5 ni dhaabbata – Ministeera Qonnaa Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Bara kana naannoo Yaa’a laga Abbaayyaa biqiltuu biiliyoonni 4.5 kan dhaabatu ta’uu Ministeerri Qonnaa beeksiise. Sagantaa Ashaaraa Magariisaa…
Oduu biyya keessaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii miiliyoona 4 caale Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) - Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii miiliyoona 4 caaluu ibsame. Hanga ammaatti namoota vaayarsichaan qabaman…
Idil Addunyaa Jaappaan magaalaa Tookiyootti labsii yeroo ariifachiisaa labsite Sifen Megersa Jul 8, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) – Jaappaan wayita Olompikii gaggeessuuf jala bultiirra jirtuutti magaalaa Tookiyootti labsii yeroo ariifachiisaa labsiteerti. Olompiika Tookiyoo…