Godinaalee Oromiyaa hunda keessaatti Raammoon Kompoostii hojiirra oolaa jira jedhame
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)-Biiroo Qonnaa Oromiyaa Raammoo kompoostii babal’isuun kan eegale giddugala Warshaa Nooraa qopheessu Gudaritti bara 2009 yoo ta’u, gosti raammoo kanaa…