Oduu biyya keessaa Naannoo filannoo Qucaatti sagaleen lakkaawwamaa jira Sifen Megersa Jul 4, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) –Naannoo filannoo Qucaatti bakka waldaaleen siiviilii, bakka buutoonni paartilee siyaasaa argamaniitti sagaleen lakkaawwamaa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Dooktarri Kabajaa Abbabachi Goobanaa boqotan Sifen Megersa Jul 4, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) –Dooktarri Kabajaa Abbabachi Goobanaa addunyaa kanarraa du'aan boqotan. Moggaasa maqaa Maazar Tereezaa Afrikaa jedhamuun kan beekkaman Dooktarri…
Oduu biyya keessaa Qonnaan bultoota bulchiinsa magaalaa Galaaniif Saayit pilaaniin abbaa qabeenyummaa lafaa laatame Sifen Megersa Jul 4, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Qonnaan bultoota bulchiinsa magaalaa Galaaniif saayit pilaaniin abbaa qabeenyummaa lafaa laatamuu himameera. Qonnaan bulaan lafee dugdaa guddina…
Oduu biyya keessaa Koolleejjiin barnoota barsiisota Yaaballoo barsiistota muummee 4 barsiisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Jul 4, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Koolleejjiin barnoota barsiisota Yaaballoo yeroo jalqabaatiif barsiistota muummee 4 simatee barsiisaa ture eebbiseera. Koolleejjiin Barnoota…
Oduu biyya keessaa Guutiinsa Bishaanii Marsaa 2ffaa milkiin gaggeessuuf Raayyaan Ittisaa qophii ta’eera Leetanaal… Sifen Megersa Jul 4, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 27,2013 (FBC) - Guutiinsa Bishaanii Hidha Haaromsaa Marsaa 2ffaa milkiin xumuruuf Raayyaan Ittisaa qophii amansiisaa taasiisuu Walitti Qabaan Komaand Poostii Godina…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli kenna hojii tola ooltummaa aanaalee fi magaalota Harargee Lixaatti eegalame Sifen Megersa Jul 3, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC) – Godina Harargee Lixaatti aanaalee fi magaalota hunda keessatti tajaajilli kenna hojii tola ooltummaa dameewwan garaagaraan eegalamuu ibsame.…
Biiznasii Oomishaalee huccuu fi uffataaleerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 140 argame Sifen Megersa Jul 3, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC) – Oomishaalee huccuu fi uffataalee gara biyyoota garaagaraatti ergamanirraa galiin sharafa alaa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 40 argamuu…
Oduu biyya keessaa Raayyaan ittisa biyyaa uummata biyyaatti maraaf kan tajaajiluu malee qaama tokkoof kan dhaabbatu… Obse Wakgari Jul 3, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa FDRI uummata biyyaatti maraaf kan tajaajiluu malee kan qaama tokkoof dhaabbatu miti jechuun Leetinaal Jeneraal Baacaa Dabaleen…
Oduu biyya keessaa Abbaan Taayitaa Geejjiba Oromiyaa tajaajilasaa ammayyeessuuf hojjechaa jiraachuu ibse Obse Wakgari Jul 3, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa Geejjiba Oromiyaa tajaajilasaa ammayyeessuuf hojjechaa jiraachuu ibseera. Tajaajila geejjibaa teeknooloojiin tumsuu fi si’eessuuf…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen tajaajila mootummaa laataan tajaajila kabajaa lammiileef qabu laachuun irraa… Obse Wakgari Jul 3, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Dhaabbileen tajaajila mootummaa laataan tajaajila kabajaa lammiileef qabu laachuun irraa kan eegamu ta’uu Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde…