Oduu biyya keessaa Naannoo Sidaamaatti shakkamtoonni 137 to’ataman Sifen Megersa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti shakkamtoonni 137 to’atamuu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa naannichaa beeksiise. Labsii yeroo ariifachiisaa hordofee…
Oduu biyya keessaa Duulli amma gaggeeffamaa jiru awwaalchaa garee shororkeessitootaa ABUT fi Shaneeti-Obbo Abdurakiim Obse Wakgari Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Duulli amma gaggeeffamaa jiru awwaalchaa garee shororkeessitootaa ABUT fi Shaneeti jechuun sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaan kilaasteera…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shashamanneetti sakattoo tasa taasiifameen meeshaaleen waraanaa hedduun to’ataman Sifen Megersa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Magaalaa Shashamanneetti sakattoo tasa taasiifameen meeshaaleen waraanaa hedduu fi meeshaaleen biroo gochaa shororkeessummaaf ooluuf turan…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni ABUT fi Shanee biyya diiguuf sochii taasisaa turan to’ataman Ayana Dheressa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Hojiin shakkamtoota garee shorokeessitoota ABUT fi Shanee waliin hidhata uumuun biyya jeequuf socho’an to’annaa jala oolchuu cimee itti fufuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Karaa ergaa gabaabaa 6800 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoonni 5 ol walitti qabamuu… Ayana Dheressa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Karaa ergaa gabaabaa 6800 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoonni 5 ol walitti qabamuu Ityoo- teelekoom beeksise. Tajaajillichi guyyaa itti…
Fayyaa Magaalaa Shashamanneetti Proojektiin Talaallii Koleeraa lammiilee kuma dhibba 1 ol fayyadamoo… Sifen Megersa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Shaashamanneef naannawaa isheetti proojektiin talaallii koleeraa lammiilee kuma dhibba 1 ol fayyadamoo taasiisu ifoomeera.…
Oduu biyya keessaa Mirga dubartoota dhaadannoorra darbe gochaatti hiikuuf hojjechuu qabna –Preezdaant Saahilawarq… Obse Wakgari Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Mirga dubartootaa dhaadannoorra darbe gochaatti hiikuuf hojjechuuf qabna jechuun Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee ibsaniiru. Preezdaantittin kabaja…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa biyya keenyaa itti fufsiisuuf hundi ga’eessaa haa ba’atu- Tajaajila Kominikeeshinii… Ayana Dheressa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Balaa birmadummaa Ityoophiyaarratti aggaamame bu’uurarraa buqqisuuf hundi dandeettii qabuun ga’ee mataasaa ba’achuu akka qabu Ministir Deetaan Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Sagantaan gaggeessaa duultootaa Kutaa Magaalaa Araadaa Hurufa Boombiitti taasiifame Sifen Megersa Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC) – Sagantaan gaggeessaa duultootaa Kutaa Magaalaa Araadaa Hurufa Boombiitti taasiifameera. Saganticharratti jiraattoonni kutaa magaalichaa,…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Finfinnee nageenyaa magaalichaa mirkaneessuuf tattaaffiin taasisaan kan… Obse Wakgari Nov 25, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2014 (FBC)- Hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa magaalaa Finfinnee Dooktar Qana’aa Yaadataa jiraattoonni magaalaa Finfinnee nageenyaa magaalichaa mirkaneessuuf…