Baatii itti aanuutti haalli qilleensa jiidhinsa mudatuu qabeenya bishaanii ni dabalaa jedhameera
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Baatii itti aanuu haalli qillensaa jiidhinsa qabu mudatuun qabeenya bishaanii dabaluuf shooraa olaanaa qabachuu Eejensiin Meetrooloojii Biyyoolessaa…