Magaalaa Adaamaatti ayyaana Qillee sababeeffachuun egzibiishinii fi agarsiisni daldalaa baname
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti ayyaana Qillee sababeeffachuun egzibiishinii fi agarsiisni daldalaa Qopheessummaa Federeeshiinii Dubartoota Naannoo Oromiyaatiin…