Ispoortii Tapha Waancaa Kubbaa miilaa Afrikaaf taphattoonni 25 filataman Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) –Leenjisaa Wabatuu Abaatee tapha Waancaa Kubbaa miilaa Afrikaa Kaameeruunitti gaggeeffamuuf taphattoota 25 filataniiru. Faasil Gabra Mikaa’eel…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen tajaajila haqa-qabeessa ummataaf hin laanne seeraan gaafatamu – BMNO Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) –Bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa ibsa ejjennoo baaseen qaamoleen tajaajila haqa-qabeessa ummataaf hin laanne seeraan kan gaafataman ta’uu…
Oduu biyya keessaa Kaabineen magaalaa Finfinnee walga’ii idilee gaggeesseen murtoo garaagaraa dabarse Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Kaabineen magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 3ffaa waggaa 1ffaa gaggeesseen murtoo garaagaraa dabarseera. Kaabineen Magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Tokkummaan waraana nu injifachiise miidhaa qaqqabe deebisanii ijaaruuf itti fufuu qaba – Hoggantoota… Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Tokkummaan waraana nu injifachiise lammiilee buqqa’an deebisanii ijaaruufis cimee itti fufuu akka qabu Hoggantoonni Biiroolee Turizimii Naannoo…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Saqoxaa harka garee shororkeessaa jalaa bilisoomte Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Magaalaan Saqoxaa harka garee shororkeessaa jalaa bilisoomuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibseera. Humni waloo nageenyaa injifannoo…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT dirqamee ta’us moo’atamuu isaa amanaa jira Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT dirqamee ta’us moo’atamuu isaa amanaa jiraachuu ibsi hoggantoonni garichaa laatan ni muul’isa jedhame.…
Fayyaa Iddoon dhaabbii fi buufanni bobbii Ambulaansii Birrii miiliyoona 90 oliin ijaarrame tajaajila eegale Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Iddoon dhaabbii fi buufanni bobbii Ambulaansii Birrii miiliyoona 90 oliin ijaarrame tajaajila eegaluu ibsame. Ministeerri…
Oduu biyya keessaa MNO Inistiitiyuutii Ji’oospaashaali Ityoophiyaarraa kaartaa tuuristii fudhate Ayana Dheressa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa Inistiitiyuutii Ji’oospaashaali Ityoophiyaarraa kaartaa Tuuristii fudhate. Kaartichi qabeenya tuurizimii Oromiyaan qabdu…
Oduu biyya keessaa Manneen Barnootaa naannoo Hararii 11 Kaarkulama barnootaa haaraa hojiirra oolchuuf yaalii eegalan Sifen Megersa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Manneen Barnootaa naannoo Hararii 11 Kaarkulama barnootaa haaraa hojiirra oolchuuf yaalii eegaluu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksiise. Hojiirra…
Oduu biyya keessaa MNO fi dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisan Ayana Dheressa Dec 22, 2021 0 Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa fi dhaabbileen garaagaraa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisuu ibsame. Walitti qabaan Koree Sassaabbii deeggarsaa…