Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti argaman torbee lama keessaatti gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti argaman yoo xiqqatee torbee lama keessaatti gara biyyaa deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksisee.…