Yuunvarsiitiin Goondar barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 6 fi 574 eebbisiisaa jira
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Goondar barattoota ogummaa garaagaraan digirii 2ffaa fi 3ffaan barsiisaa ture kuma 6 fi 574 eebbisiisaa jira.…