Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan rakkooshee hiikuuf dandeettii qabdi- Keeniyaa Ayana Dheressa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan rakkooshee hiikuuf dandeettii qabdi jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Keeniyaa Reechaal Omaamoon. Reechaal Omaamoon dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa biyya isaa kabachiisuuf uummanni hirmaannaa isaa cimsee itti fufuu ibsame Obse Wakgari Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Birmadummaa biyya isaa kabachiisuuf uummanni hirmaannaa isaa cimsee itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise. Ministirri Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Raawwiin seeraa lammiilee biyya alaa gidduleessa taasise hin jiru-Ambaasaaddar Diinaa Muftii Obse Wakgari Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Raawwiin seeraa lammiilee biyya alaa gidduleessa taasise hin jiru jechuun Dibbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Shugguxiin ka’umsa isaa magaalaa Baahir Daar taasisee Magaalaa Finfinnee naannoo Paarkii Ayisiitii… Obse Wakgari Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Guyyaa kaleessaa Shugguxiin ka’umsa isaa magaalaa Baahir Daar taasisee Magaalaa Finfinnee naannoo Paarkii Ayisiitii Goorootti to’annaa jala ooleera.…
Oduu biyya keessaa Kutaa magaalichaatti Raayyaan Uummataa leenjii fudhachaa ture eebbifame Ayana Dheressa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Kutaa magaalaa Ekkaatti Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa gama maraa taasisuu fi naannoo isaa eeguuf Raayyaan Uummataa leenjii fudhachaa ture…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Albuudaa lammiilee naannoo Affaaritti buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 30… Obse Wakgari Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Ministeerri Albuudaa lammiilee naannoo Affaaritti sababa gareen shororkeessaa ABUT waraana baneen buqqa’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 30 taasiseera.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti dhorkiin sochii halkanii namaa fi konkolaataarra kaa’amee ture yeroof kaafame Obse Wakgari Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti dhorkiin sochii halkanii namaa fi konkolaataarra kaa’amee ture yeroof kaafamuu Haatii Alangaa naannichaa aadde Addunyee Ahimad…
Oduu biyya keessaa Jilli Itti gaafatamaan Waajjira preezdaantii MNO Obbo Geetuun durfamu proojektii naannawaa Hora… Ayana Dheressa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Jilli Itti gaafatamaa Waajjira preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Geetuu Wayyeessaa fi Ambaasaaddar Shifarraa Jaarsoon durfamu proojektii misooma…
Oduu biyya keessaa Biyya badiirraa baraaruuf qophii ta’uu leenjitoonni Bir Shalaqoo beeksisan Ayana Dheressa Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Gareen Muuziqaa fi Aartii ajaja Lixaa mana barumsaa leenjii bu’uura Loltummaa Bir Shalaqootti argamuun leenjitoota marsaa 35ffaaf sagantaa Muuziqaa…
Oduu biyya keessaa Artist Elemoo Alii giddugala gola gameeyyii Artistoota Oromoo hundeessuudhaan eebbisiise Obse Wakgari Nov 18, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2014 (FBC)- Artist Elemoo Alii Haramaayaatti hojii artistoota gameeyyii yaadachuuf kan oolu Gidduugala Gola Gameeyyii Artistoota Oromoo hundeessuudhaan eebbisiisuu…