Oduu biyya keessaa Proojektoota daandii harkifanirratti mariin gaggeeffame Sifen Megersa Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa fi Ministeerri Geejjibaa haala raawwii proojektoota daandii harkifataan furuun danda’amurratti marii taasisaaniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaaf du’uun qaanii osoo hin taane miidhagina – Leetanaal Jeneraal Asiraat Deenneeroo Sifen Megersa Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC) – Ityoophiyaaf du’uun qaanii osoo hin taane miidhagina jedhan Qindeessaan Humna Qindoomaa Godina Matakkal Leetanaal Jeneraal Asiraat…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa hayyoota hojii Riifoormii keessatti qooda olaanaa ba’aniif beekkamtii laate Sifen Megersa Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa hayyoota hojii Riifoormii keessatti qooda olaanaa ba’aniif beekkamtii fi badhaasa laateera. Af…
Oduu biyya keessaa Koonfaransii sirna nyaataa idil addunyaarratti sagantaan barattoota Magaalaa Finfinneef nyaata… Obse Wakgari Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Koonfaransii sirna nyaataa idil addunyaarratti sagantaan barattoota Magaalaa Finfinneef nyaata dhiyeessuu akka muuxannoo gaaritti dhiyaate.…
Oduu biyya keessaa Torbeen harma hoosisuu Adooleessa 25 hanga Hagayyaa 1, 2013tti ni kabajama Obse Wakgari Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Torbeen harma hoosisuu Adooleessa 25 hanga Hagayyaa 1, 2013tti sagantawwan garagaraa fi hubannoo uumuu akka kabajamuu ibsameera. Ministeera Fayyaatti…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni mata duree ‘dhiingikoo Ityoophiyaakoof’ jedhuun dhiiga arjooman Obse Wakgari Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Dargaggoonni iddoowwan garagaraatti argaman mata duree ‘dhiingikoo Ityoophiyaakoof’ jedhuun dhiiga arjoomaniiru. Qindeessuummaa waajjira Liigii…
Idil Addunyaa Jaappaan Tookyootti guyyaa tokkootti namoonni kumni 3 ol vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii… Obse Wakgari Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Qopheessituun dorgommii olompiikii kan taatee Tookyootti guyyaa tokkootti namoonni kumni 3 fi 177 vaayrasii koroonaatin qabamuusaanii abbaa taayitaa…
Oduu biyya keessaa Torbeewwan lamaan darbanitti biyyoota garagaraarra lammiileen kumni 41 ol gara biyyaa… Obse Wakgari Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Torbeewwan lamaan darbanitti Saa’ud Arabiyaa fi biyyoota garagaraarra lammiileen kumni 41 fi 485 gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii sagantaa fooyya’iinsa sirna haqaa naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Waltajjiin marii sagantaa fooyya'iinsa sirna haqaa naannoo Oromiyaa gaggeeffamaa jira. Waltajjii kanarratti qaamoleen hoggansa mootummaa sadan,…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Swiizerlaand gibira irra deddeebii hambisuuf waliigaltee mallatteessan Obse Wakgari Jul 29, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 22, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Swiizerlaand gibira irra deddeebii dhabamsisuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalticha Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo…