Magaalaa Shaakkisootti motorsaayikiloonni 17 mana nama dhuunfaa keessaatti kuufamanii turan to’annaa…
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC)- Godina Gujii Bulchiinsa Magaalaa Shaakkisootti motorsaayikiloonni 17 Birrii miliyoona 1 olitti tilmaamaman mana nama dhuunfaa keessaatti walitti qabamanii…