Obbo Dammaqaa Mokonnin Ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota garagaraatti muudaman waliin marii’atan
Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota garagaraatti muudaman waliin…