Naannoon Sidaamaa Guyyaa sabaaf sablammootaa 17ffaa akka qopheessu filatame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) - Naannoon Sidaamaa Guyyaa sabaaf sablammootaa 17ffaa akka qopheessu filatamuu ibsameera.
Guyyaan Sabaaf sablammootaa 16ffaan mata duree 'Obbolummaa…