Idil Addunyaa Gamtaan Afrikaa Maalii miseensa gamtichaa keessaa baase Sifen Megersa Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) –Fonqolcha mootummaa dhiyeenya gaggeeffame hordofee Gamtaan Afrikaa Maalii miseensummaa gamtichaa keessaa baasuu ifoomseera. Maaliin hatattamaan…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Bahaatti Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Miidhagaa Tolaa eebbifame Sifen Megersa Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti Hospitaalli sadarkaa jalqabaa Miidhagaa Tolaa Birrii miiliyoona 37 oliin ijaarrame eebbifameera. Itti aantuun…
Oduu biyya keessaa Giddugalli misooma dandamachiisaa miidhamtoota hawaasummaa eebbifame Sifen Megersa Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Giddugalli misooma dandamachiisa miidhamtoota hawaasummaa eebbifameera. Rakkoolee hawaasummaa furuun karoora…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 409 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an Sifen Megersa Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 409 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyya deebi’aniiru. Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Walaayittaa Sooddootti giddugala gabaa Markaattoo deebisanii ijaaruuf dhagaan bu’uuraa… Sifen Megersa Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa magaalaa Walaayittaa Sooddootti giddugala gabaa Markaattoo balaa ibiddan barbadaa’e deebisanii ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’amuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Manni Barumsa Ifa Boruu Awaash Malkaa eebbifame Sifen Megersa Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) - Manni Barumsa Ifa Boruu Awaash Malkaa eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta'e. Manneen barnootaa Ifa Boruu akka naannoo Oromiyaatti ijaarraman 100…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan hariiroon Ameerikaa waliin qabdu akka boora’u hin feetu – Ministeera Dhimma Alaa Sifen Megersa Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan hariiroon Ameerikaa waliin qabdu akka boora’u fedhii kan hin qabaanne ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise. Dubbii Himaan…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti biqiltuu miiliyoona 3 dhaabuuf qophiin xummuramuu ibsame Sifen Megersa Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) - Naannoo Harariitti bara kana biqiltuuwwan miiliyoona 3 dhaabuuf qophiin xummuramuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa beeksiise. Baatii…
Idil Addunyaa Talaalliin ‘Siinoovaak’ tajaajila yaala tasaa Covid -19f akka oolu beekkamtiin laatame Sifen Megersa Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa talaalliin ‘Siinoovaak’ tajaajila yaala tasaa Covid -19f akka oolu beekkamtii laate. Dhaabbatichi ibsa…
Oduu biyya keessaa Konfiransiin saaxilamuummaa Miidiyaalee Saaybariif gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC)- Konfiransii Mata duree "Itti gaafatamuummaa waloo nageenyaa Saaybariif" jedhuun magaalaa Finfinneetti jalqabe jira. Saaxilamuummaa…