Duulli birmadummaa milkaa’inaan gaggeeffamaa jira- Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa
Finfinnee, Sadaasa 25, 2014 (FBC) – Duulli birmadummaa biyyaa kabachiisuu milkaa’inaan gaggeeffamaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Adda waraanaatti duuluun cinatti…