Dooktar Liyaan kutaa magaalaa Lidaataatti mana harka qalleeyyii haaromsuun eegalchiisan
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Ministirri Minsteera Fayyaa Dooktar Liyaan Taaddasaan kutaa magaalaa Lidaataatti tajaajila lammummaa bara kanaatin mana harka qalleeyyii haaromsuun…