Hirmaannaa dubartootaa malee jijjiiramni hunda galeessi hin argamu- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Hagayya 4, 2017(FMC)- Dubartoonni diinagdee, hawaasummaafi siyaasaa keessatti hirmaachuu yoo baatan jijjiiramni hunda galeessi hin argamu jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti…