Balaliiftoonni Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) – Balaliistoonni Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa lammiilee qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 3.2tti tilmamamu…