Waggaa waggaan namoonni haaraan kuma torbaa olitu HIV’n qabama – Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Hagayya 1, 2017 (FMC) - waggaa waggaan namoota kuma torbaa olitu HIV’n qabama jedhe Ministeerri Fayyaa.
Ministeera Fayyaatti Hoji-raawwachiisaa dursaan Ittisaa fi To’annoo…