Oduu biyya keessaa Kaappiteenoonni baaburaa 34 eebbifaman Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Waldaan Aksiyoona Geejjibaa Baaburaa Ityoo-Jibuutii Kaappiteenoonni baaburaa 34 eebbisiseera. Kaappiteenoonni kunneen waggoota lamaan leenjiirra kan…
Oduu biyya keessaa Hawaasni odeeffannoon sobaa tamsa’aa jiraachuu beekee of eeggannoo barbaachisaa akka taasisuu… Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Gareen yakkamtootaa Iimeelii Muumme Ministiraa duraarra odeeffannoo ergameera jechuun fakkeessuu fi deebii sobaa laachaa jiraachuu Waajjirrii Muummee…
Oduu biyya keessaa Humni Galaanarra FDRI Asxaa haaraa fi uffataa seeraa eebbisiise Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Humni Galaanarra FDRI Asxaa haaraa fi uffataa seeraa har’a eebbisiseera. Eetaamaajoorri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Biraanuu Juulaan, ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin aadaa fi tuurizimii fi ispoortiin itti mari’atamu hundaa’e Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Yaa’iin aadaa fi tuurizimii fi ispoortiin itti mari’atamuu hundaa’uu Ministeerri Aadaa fi Tuuriziimii beeksise. Waltajjichichi aadaa, tuurizimii fi…
Oduu biyya keessaa Guyyaan walabummaa preesii addunyaa kabajamaa jira Obse Wakgari May 4, 2021 0 Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Guyyaan walabummaa preesii addunyaa mata duree ''odeeffannoo faayidaa hawaasaaf'' jedhuun kabajamaa jira. Kabaja guyyaa walabummaa preesii addunyaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Faarmaajoon hariiroo Ityoophiyaa fi Soomaaliyaa cimsuuf akka hojjetan ibsan Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Soomaaliyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Abdulfattaa Abdullaayii xalayaa muudamaa isaanii preezdaantii Soomaaliyaa Mahaammad Faarmaajoof dhiyeessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Barattoonni haaraan Yuunvarsiitti ramadaman guyyaa har’aarra kaasee komii qaban dhiyeeffachuu… Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) –Barattoonni haaraan Yuunvarsiitti ramadaman guyyaa har'aarra kaasee komii qaban dhiyeeffachuu akka danda'an Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Faasikaa nagaan kabajamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksise Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Ayyaanni Faasikaa nagaan kabajamuu Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee beeksiseera. Tumsa hawaasaa fi qaamoleen nageenyaa itti gaafatamummaa isaanii…
Fayyaa Fandichi Ityoophiyaatti daa’immaniif nyaata madaalawaa dhiyeessuuf deeggarsa doolaara miiliyoona… Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Fandiin Misoomaa Afrikaa Ityoophiyaatti daa’immaniif umrii waggaa 5 gadi ta’aniif nyaata madaalawaa dhiyeessuu fi cuuqaruu ittisuuf deeggarsa Doolaara…
Idil Addunyaa Haleellaa hidhattoota Nijeeriin qaqqabeen loltoonni 16 ajjeefaman Obse Wakgari May 3, 2021 0 Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Haleellaa hidhattoota Nijeeriin qaqqabeen loltoonni 16 ajjeefamuu dhaga’ameera. Dhiha naannoo Taahowaatti haleellaa qaqqabeen kanneen lubbuun isaanii…