Oduu biyya keessaa Fedhii ummataa guutuuf ni hojjenna – Obbo Dassitaa Leeddamoo Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Qabeenya qabnu sirnaan fayyadamuun fedhii ummataa guutuuf ni hojjenna jedhan Preezdaantii Naannoo Sidaamaa ta’uun irra deebiin kan filataman obbo…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiya duula deeggarsa namoomaa walitti qabuu eegale Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) - Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa duula deeggarsa namoomaa ariifachiisaa walitti qabuu eegaluu ibsameera. Yaa’ichi rakkoo Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Amaaraa muudama kaabinoota haaraa mirkanneesse Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun muudama kaabinootaa haaraa mirkaneesseera.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dassitaa Leeddamoo Preezdaantii naannoo Sidaamaa ta’uun filataman Obse Wakgari Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 1ffaa gaggeesseen Obbo Dassitaa Leeddamoo Preezdaantii naannichaa taasiisuun…
Oduu biyya keessaa Obbo Umaad Ujuluu Preezdaantii naannoo Gaambeellaa ta’uun filataman Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Gaambeellaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeesssaa jiruun Obbo Umaad Ujuluu Preezdaantii naannichaa taasiisuun filateera.…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli 4G naannoo hidha haaromsaatti eegale Obse Wakgari Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Riijiniin Lixaa Ityoo Teelekoom tajaajila 4G naannoo hidha haaromsaatti eegalchiisuu ibsameera. Tajaajilicha hoji gaggeessituun Ityoo Teelekoom Aadde…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti Ayyaanni Irreechaa marii paanaalii fi sirnoota garaagaraan kabajamaa jira Obse Wakgari Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kutaawwan magaalaa garaagaraa keessatti Ayyaanni Irreechaa marii paanaalii fi sirnoota garaagaraan kabajamaa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Aadde Baanchaayehu Diingataa Af Yaa’ii Mana Maree naannoo Gaambeellaa ta’uun filataman Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Gaambeellaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeesssaa jiruun Aadde Baanchaayehu Diingataa Af Yaa’ii naannichaa taasiisuun filateera.…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Dammaqaan durfamu walga’ii DhMG 76ffaa irratti hirmaate ministeerota dhimma Alaa… Obse Wakgari Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC)- Jilli Itti aanaa Muummee Ministeeraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniniin durfamuun walgahii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Gaambeellaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichaan Miseensonni mana marichaa haaraan Filannoo…