Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fannoo guutuu Ityoophiyaatti kabajame Sifen Megersa Apr 30, 2021 0 Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) - Ayyaanni Fannoo hordoftoota amantaa Kiristiyaanaan guutuu Ityoophiyaatti sirnoota garaagaraa kabajamuu ibsame. Ayyaannichi Hordoftoota…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Nabiil itti aanaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 30, 2021 0 Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) - Sudaan Kibbaatti ergamaan addaa Ambaasaaddar Nabiil Maahindiin itti aanaa Preezdaantii Sudaan Kibbaa fi walitti qabaa kilaastera misoomaa…
Oduu biyya keessaa Sirni kadhannaa guyyaa Kamisaa fi Ifxiriin Ramadaanaa waloon gaggeeffame Sifen Megersa Apr 30, 2021 0 Finfinnee, Eebila 22, 2013 (FBC) – Qopheessummaa bulchiinsa magaalaa Finfinneen Sirni kadhannaa guyyaa Kamisaa fi Ifxiriin Ramadaanaa waloon gaggeeffameera. Sirni kadhaanna…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach hordoftoota amantaa Islaamaa waliin sagantaa Afxiraa qooddatan Sifen Megersa Apr 29, 2021 0 Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hoggantootaa fi hordoftoota amantaa Islaamaa waliin sagantaa Afxiraa qooddataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee daldalaa Dhadhaa, Dammaa fi Barbaree wantoota fayyaa namaaf farra ta’an waliin… Sifen Megersa Apr 29, 2021 0 Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) - Dhaabbilee daldalaa Dhadhaa, Dammaa fi Barbaree wantoota fayyaa namaaf farra ta'an waliin makuun gabaaf dhiyeessuun shakkaman 26 irratti tarkaanfiin…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Faasikaaf raabsaan bishaanii fooyya’aan akka jiraatuuf dabalataan bishaanni meetir Kiyuubiin… Obse Wakgari Apr 29, 2021 0 Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun raabsaan bishaanii fooyya’aan akka jiraatuuf dabalataan bishaanni meetir Kiyuubiin kumni 10 akka maddisifamuu Abbaan…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 705f dhiifamni taasifame Obse Wakgari Apr 29, 2021 0 Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraatti ayyaana Faasikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 2 fi 705f dhiifamni taasifameera. Abbaan Alangaa waliigalaa naannichaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroota Eeshiiyaa teessoo isaanii Finfinnee taasisaniif dhimmoota waqtaawoorratti ibsi… Obse Wakgari Apr 29, 2021 0 Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ambaasaaddaroota Eeshiiyaa teessoo isaanii Finfinnee taasisaniif dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Jiraattoota Axaayyee fi naannawaa isheef deeggarsi Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 44tti… Sifen Megersa Apr 29, 2021 0 Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii fi Komishiniin Gumurukaa Jiraattoota Axaayyee fi naannawaa isheef deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 44tti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayiif qorichoonnii fi meeshaalee yaala adda addaa Birriin miiliyoonni dhibbi 3 ol… Obse Wakgari Apr 29, 2021 0 Finfinnee, Eebila 21, 2013 (FBC)- Naannoo Tigraayiif qorichoonnii fi meeshaalee yaala adda addaa Birriin miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 71 baasii itti ta’ee dhiyaachuu Eejansii…