Weerarri Vaayrasii Koroonaa gara naannoleetti Saffisaan babal’achaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) - Weerarri Vaayrasii Koroonaa gara naannoleetti saffisa guddaan babal’achaa jiraachuu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksiseera.…