Idil Addunyaa Aljeeriyaan talaallii Vaayrasii Koroonaa oomishuu eegalte Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Aljeeriyaan har’aa eegaltee talaallii Vaayrasii Koroonaa “siinoovaak” jedhamu oomishuu eegaluu ibsame. Biyyattiin…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi qophii baruu fi barsiisuu bara 2014f dhaabbilee deeggartootarraa deeggarsa argate Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Ministeerri Barnootaa qophii baruu fi barsiisuu bara 2014f dhaabbilee deeggartootarraa deeggarsa argachuu ibsameera. Deeggarsi taasifame…
Oduu biyya keessaa Biiroon Fayyaa Oromiyaa Ayyaana Irreechaatti of eeggannoo Covid -19 taasiifamu ilaalchisee qooda… Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC) - Biiroon Fayyaa Oromiyaa kabaja ayyaana Irreechaa sababeeffachuun of eeggannoo Covid-19 irratti qooda fudhattoota waliin mari’ateera.…
Oduu biyya keessaa Kabaja Ayyaana Irreechaa ilaalchisee Finfinneetti mariin gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC) - Kabaja Ayyaana Irreechaa ilaalchisee hoggantoonni mootummaa, Abbootiin Gadaa, Hadholiin Siinqee fi jaarsoliin biyyaa magaalaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Appilikeeshinoota diijitaala hojimaata saffisiisan ifoomse Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Appilikeeshiniiota Diijitaala hojimaata saffisiisuu danda’an afur ifoomsuu ibsameera. Appilikeeshinoonni…
Oduu biyya keessaa Manni Maree bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee 48ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessaa jira Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC)- Manni Maree bulchiinsa Magaalaa Dirree Dawaa yaa’ii idilee 48ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessaa jiraachuu ibsameera. Yaa’ichaan miseensotaa fi…
Oduu biyya keessaa Uummanni Oromoo Nageenyummaa kabaja Ayyaana Irreechaaf ga’ee isaa ba’achuu qaba jedhame Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC) – Ayyaana Irreechaa Qormaata Hedduun marfamnee Kabajamuuf jiru eenyuyyuu caalaa Uummanni Oromoo nageenyummaa isaaf ga’ee irraa eegamu ba’achuu qaba…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Gaambeellaa Yaa’ii xumuraa bara hojii 5ffaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19,2014 (FBC) - Manni Maree bulchiinsa mootummaa naannoo Gaambeellaa Yaa’ii xumuraa bara hojii 5ffaa gaggeessuu eegaleera. Manni marichaa Yaa’ii…
Oduu biyya keessaa Koreen Qindeessa giddugala yeroo ariifachiisaa Biyyaalessaa gamaaggama raawwii hojii gaggeesse Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Koreen Ministirootaa Qindeessa giddugala yeroo ariifachiisaa gabaasa raawwii hojii torbee Naannoo Amaaraa fi Afaar dhiyaate…
Oduu biyya keessaa Mariin Addis Wag gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Sep 29, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2014 (FBC) – Mariin Addis Wag Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira. Mariin Addis Wag, dhimma Tokkoo, mata duree ‘Afuura haaraan…