Manni Murtii Waliigala Oromiyaa Manneen Harka qalleeyyiif ijaarsise dabarse kenne
Finfinnee, Guraandhala 13, 2017 (FMC)- Manni Murtii Waliigala Oromiyaa hojii tajaajila lammummaan manneen harka qalleeyyiif baasii birrii miiliyoona 3.8 ijaarsise dabarse kenneera.…