Magaalaa Finfinneetti Gamoon jijjiguun lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Qirqoos iddoo Kaasaanchis jedhamutti Gamoon ijaarramaa ture jijjiguun lubbuun namoota 3 darbuu ibsame.
Kutaa…